ESAT: Dhimma Keenyaa Bafqaaduu Morodaa with Obbo Dhaabasaa Waaqjiraa

(Friday 05, Oct 2018) Qophii Dhimma Keenyaa Bafqaaduu Morodaa qopheessu irratti Obbo Dhaabasaa Waaqjiraa dhimma imala ABO waliin gara Oromiyaa deemuu fi haala amma Oromiyaa keessa jiru irratti marii bal’aa gaggeessee jira.

Dhaabsaan marii kana irratti dhimmoota jajjaboo argee fi hubate irratti yaada isaa gadfageenyaan ibseera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *